
Bose Frames / Golgitu ijaa
- Gosa of ilaale ispakarii dhokataa of kessaa qabu yommu tahuu muziqaa haala baredaadhaan akka
dhagefatamu nama gargara.
- Bilbila kaasus nama dandesisa
- Sagaleedhaanis Siri , Alexa , Google Assistant fayyadamuun ejajuun ni dandaahama.
- Dolara 199 gabaaf dhihaateera.
HP OfficeJet Pro 9015
Dhabatni teekinooljii HP yeroo yerootti teknlojii pirantarii irratti foyahumsa gurguddaa fidaa jira, kanan walqabate pirantara officeJet Pro 9015 jedhamu gabaaf dhihessera.
- Faksi, pirintiifi , koopi kan of kessatti haammatee jiruudha, kanan walqabatees daqiqa 1 kessatti fuula 22 maxxansuu dandaaha.
- Pirantarri kuniis iskaaningii 1200 dpi dhaan gochu dandaaha.
- Dokumenti 35 karaa peej fidaaritin fudhachuu dandaahaa.
- Tachii iskirinii option manajaris of kessas qaba, kanaanis , iskaanii gara emailitti erguun ni dandahama ,gara kilaawuditis akkasuma erguun ni dandaahama.
A smart lock
Dhabtni A smart lock jedhamu kanan booda balbala kessan furtun cuftani dhoksani kaahun ni haafa jedhera , furtuun ismaarti kunis salphaatti kan balbala irratti galchamu yommu tahuu, passwordidhaan cuftanii essayyu tessanii maatidhaaf mana banuus cufus ni dandessu , kunis boqonna sammuu gaari namaaf kenna jedhameera.
- Akkasumas hiriyotaf kessummaf paswordi qobaatti tolchuun kennuffin ni dandaahama.
- Furtuun manaa hin badeenis hin jiraatu jechuudha.
Netgear R6700 Nighthawk AC1750
Rawtariin waayifayii yeroo yerotti foyahumsa teekinoolojii heddu qabatee dhufaa jira, kaanan walaqabatees saffisi kan gaaffi kessa galuus miti,
- Gosti kunis beam forcing teknoloji of keessaa waan qabuuf bakka signaliin dadhabutti device wal qunamiin jiraniff signaali dabalata kennaaf.
- Dual core processor waan qabuuf fayyadamtoota bayyee dadhabi malee kessummessu dandaaha
- AC1750-class router (450 + 1,300 Mbps)
Sony A7R IV
Duraan camera 45px qabu qabaachuun waan guddaa ture dhabatni sony garu kun waan guddaa miti jedhera. Pixel 61 as baaseera.
- Qulqillinni isaas 8K irra nii caala.
- Saffisi isaas kan gaaffi kessa galu miti hanga firemi 10 per sekoonditti safissu ni dandaaha.
- Saffisi 61px yoo na gahuu dide yoo jettan hanga 240px suraa kaasu dandessu
- Kameeran kunis foto gitraferoota pirofeshinaali taahanif akkasumas pirofeshinalootaaf ni taaha.