Teekinoloji xixiqo bara 2019
Bose Frames / Golgitu ijaa Gosa of ilaale ispakarii dhokataa of kessaa qabu yommu tahuu muziqaa haala baredaadhaan akka dhagefatamu nama gargara. Bilbila kaasus nama dandesisa Sagaleedhaanis Siri , Alexa , Google Assistant fayyadamuun ejajuun ni dandaahama. Dolara 199 gabaaf dhihaateera. HP OfficeJet Pro 9015 Dhabatni teekinooljii HP yeroo yerootti teknlojii pirantarii irratti …