
Mallatoowwan 23 qaamni keessan hanqina qabuu ittin ibsu
1.Mallattoo adii Qeensa irraa Zinkii gahaa tahee fudhadhaa Nyaata suukaara of kessaa qabuu dhiisaa 2. Gogaa zayitawaa(Oily Skin( Zinkii gahaa tahee fudhadhaa Hanga suukaara dhiiga kessan keessa jiru to’adhaa 3. Naannoo afaanii babaqaquu Vitaamina B gahaa tahee fudhadhaa Vitaamina D gahaa tahee fudhadhaa 4. Harcahuu gogaa omega-3…