Bu’aalee teekinoolojii adunyaa kessatti bu’aa buusan
Baroota dheeraa dura, dhallii namaa muziqaa dhageefachuuf dirqama DVD , MP3 player fayadamuu qaba ture. Suraa kaasuuf kaameera kireefacuun ykn bitachuun dirqama ture.Filmii ilaaluuf kaasetti deekii, cd kireefachuun dirqama ture, Hara dubati deebinee yeroo ilaaluu nama dhiba adunyaan jijirama gurguddaa keessa dabarteetti. Teekinoolojinis akasuma baayyee foyahee. Bilbillii ismaartfoonii jalqaba dhaabata apiliin qalaqamee Bara 2007 dhaabatni …
Bu’aalee teekinoolojii adunyaa kessatti bu’aa buusan Read More »